What is mens rea? In Ethiopia criminal system. Yakka hundessuf Maalummaa Kuutaa yaadaa.

season 1 episode 1 the consept of mens rea

mana hoji abbaa alangaa godina jimmaa

Manni hoji AA God Jimmaa websayiti kana dabalatee marsaritii haawaasaa irrattii platformoota jiran maraa fayyadamuun hubannoo seeraa haawasa kenyaaf umuu irrattii carraaqqii hanga hin jedahmnee taasisaa jira. Haluma kanaan facebook twiter, linkedin banachuun barrulee adda addaa maxxansaa jirraa. Karaa biadminin you tube fayyadamun seera hubachisuun barbaachisaa ta’ee waan arganneef samoona kana chanali mana hoji abbaa alangaa godina jimmaa jedhu you tube irrattii bannee jirraa. Kanuumaan video gaggabaaba hojjechun hubannoo seeraa umaa jirraa. Har’a irraa egallee Video hubannoo seeraa umaan jennee yadnee season 1ffaa waa’ee ijowwan yakka hundessan keessaa ijoo kutaa yadaa jedhun video armaan gaditti argitan maxxansinee jirraa. Kanaafu Mana Hojii Abbaa Alangaa Godina Jimmaatti Garee Komnikeeshinii Mana Hojii Abbaa Alnagaa Godina Jimmaatin video isinif qophaa’ee kana chanalii you tube mana hojichaa Irraa daawwachuun hubannoo seeaar kesasn cimfaadha seeras irraa bardhaa hogguu isinin jeennuu chanal kenya subscribe akka gotaniifi video isinif gadhisnus akka sher gotan abdachaatii.

Boqonnaa jalqabaa kutaa 1ffaa wa’e ijowwan yakka hunedssuf barbaachisan kessaa ijoo kutaa yaada. Mensrea.

Watch our chanal & understand how the law operates.

  • logo mhaagj

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *