Waajjiirri Abbaa Alangaa Godina Jimmaa har’a gaafa guyyaa 30/1/2014 marii waligalaa qophii karoora kurmaana 2ffaa maal akka fakkaatuu mari’atee.
waajjirrii Abbaa Alangaa Godina Jimmaa har’a gaafa guyyaa 30/1/2013 marii taasiiseen haanqinaafi ciminna karora kurmaana lamaffaa akka ademsaalee afranittii, akka garee fokaalpersanittii qophaa’aa jiruu maal akka fakkaatuufii sadarkaa maalii irraa akka jiruu adda baafachuufii kallattii gama kanaan kaahuuf maarii taasiisee jira. gama biraatiin hojjettoonnii waajjirichaa hundinuu bu’aa guddii galessaa afran mirkanessuu kessattii gaheen abbaa alangaas ta’e hojjetaan waajjirichaa kamuu akka dhunfaattii anii qabuu maalii/ ijoo jedhuu irrattii barreffama akka qophesinuu wal irratti galmee jiraa. dabalata kanaan hojii kessattii hanqinaalee fi rakoolee mudatan irrattiis mari’atamee jira.