Jildi 8ffaa
murtoon MMWO Dhadhacha ijjibaatataatin kennaman manneen murtii wajjiraalee abbaa alangaafu qaamolee haqaa kamiinuu birattii murtoo akka seeraattii tajaajilan waan talefi murtoon kunniin murtoo barsiiso waan ta’e argamuf manni hoji AA godina jimmaa websiti kenya irratti pdfidhan maxxansuun isinin genyeerraati isinis download godhachuun dubbisuun irraa baradhaa.
⚖️MHAAGJ⚖️