Oromia Regional State Constitution PDF

Labsii Lak. 46/1994Labsii Heera Mootummaa Naannoo Oromiyaa Kan Bara 1994 Fooyya’e Raggaasuuf Bahe
Heera Mootummaa Naannoo Oromiyaa, kan bakka bu’oota uummata Naan nichaatiin irratti mari’atamee, Waxabajjii 14 bara 1987 yeroo jalqabaatiif ragga’eefi hanga ammaa hojiirra ture, bal’inaan ilaaluudhaan qooddii
aangoofi itti gaafatama qaamota Mootummaa Naannichaa ifaan tumuufi akkaataa tajaajila si’oomaan kennuu danda’uusaanii agarsiisuun sirreessuud haan Heericha fooyyessuun barbaachisaa ta’ee…

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *