Ergaa Baga Ayyaana Qilleetif Gessan Hoggansa WAAGJ irraa

  • ERGAA BAGA ITTIIN ISIN GAHEE ==========🏛⚖️🏛========== Itti Gaafatamaan waajhira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa kab. Obboo Sisay Eddessaa Abbootii Alangaa fi Hojjetoota Waajjira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa sadarkaa Aanaa, fi Godinaa jalattii argamtan maraaf akkasumas Hordoftoota Amantaa kiristaanaa taatan hundi keessan baga ayyaana Qillee kan bara 2014 tiin isin gahee jechaa Ayyaanni kun kan nagaa, kan milkii fi guddinaa akka isiniif ta'u hawwii qaban dhaamanii jiru. Ayyaana Gaarii!!!!

Itti Gaafatamaan waajhira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa kab. Obboo Sisay Eddessaa Abbootii Alangaa fi Hojjetoota Waajjira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa sadarkaa Aanaa, fi Godinaa jirtan maraaf akkasumas Hordoftoota Amantaa kiristaanaa taatan hundi keessan baga ayyaana Qillee kan bara 2014 tiin isin gahee jechaa Ayyaanni kun kan nagaa, kan milkii fi guddinaa akka isiniif ta’u hawwii qaban dhaamanii jiru.
Ayyaana Gaarii!!!!

https://anchor.fm/s/522efc78/podcast/rss

Leave a Comment

Your email address will not be published. Required fields are marked *