Swedish Institute Scholarships for Global Professionals (SISGP)
Essential requirement’s that I should have to meet
seensa
motummaan Swedin barattota seeraa kessattuu abbaa alangaa fi abbaa seeraa ta’un namoota tajaajilaa jiranif scholarshipi barumsaa yuniversitiwwan 39 biyya swidinittii argaman kessattii carraa namotaa 10 gahuu keennuuf yaadun isaa karaa imbasii swidinittii dhagenyee jirraa. haaluma kanaan gaafa galmeen banamuu takkattuu galmaahuuf akka isini fayyaduu krayiteria guttachu qabdanifii carraan barumsa scholarshipi ittii kennamu dokumentii kallattii garsiisuu lama isinif maxxansinee jirraa busaatii dubbisuun carraa kanaan fayyadamaa jenna.
