Beeksisa.
Mana Hojii Abbaa Alangaa Godina Jimmaa platformii marsaritii hawaasaa irra hiran dabalatee websayiti of danda’e banachun haawasa kenyaaf hubannoo seeraa keennuuf socho’aa jiraachun isaa wanuma bekkamuu. Kino har’a immoo haala mannen hoji AA godinaalee biraas ta’e waligalaan hin baramneen garummoo hubannoo seeraa krennuuf karaa salphaa ta’e platformi you tube irrattii chaanalii banachuun video hubannoo seeraa keennu dandaa’an ittii fuufinsaaniifii afaan oromo dabalatee afaan amariffaafi Ingilifafan barumsa seeraa keennuu jalqabeeraa. Kanaafuu chanaalii you tube mana hoji abbaa alangaa godina jimmaa kana subscribe gochuun video hubannoo seeraa umuu danda’aan karaa salphaan argachuu dandessuu. as irrattii wanti hubatamuu qabuu platformi you tube fayyadamani haawaasaaf seera hubachisuu irrattii akka biyya kenyaattii kan hinbaramnefii hanqinni kan jiru talus biyyota biroo kessattii mannen hoji abbaa alangasa ta’e abukaatowwan seeraa chaanalii banachuun seera barsiisuun waan baratameefii waan fayidaa hammana hin jedhamnee busaa jiruu dha. Kanaaf jecha nutis platformi kanaan haawasa kenyaaf hubannoo seeraa keennuuf cimminnaan hojechaa jirraa isinis subscribe gochuun chaanal kenya gargaaraa akka irraa fayyadamtan jenna.
https://m.youtube.com/channel/UCNFvRxK8rUAPWZhrKW7-rZ
https://m.youtube.com/channel/UCNFvRxK8rUAPWZhrKW7-rZA