Websaayiitii Ofiseelawaa Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Omo Naaddaa
. Attorney Website
Websaayiitii Ofiseelawaa Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Omo Naaddaa
. Attorney WebsiteAshama Kunii Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Omo Naaddaa Attorney Website. Website WAAAON Bara 2015 keesaatti kan banamee Yommuu ta’uu websaayitin Waajjira Aanaa Omo Naaddaa Attorney Website kan bu’ureeffames websaayitii Waajjira Abbaa Alangaa Godina Jimmaa Jalattiidhaa.
Ergama Mul’ataafi Duudhaalee Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Omoo Naaddaa

Ergama (Mision)
Bulchinsa Godina Jimmaa Aanaa Omoo Naaddaa keessatti namoota heeraa fi seera darbanii fi gocha yakkaatiin shakkaman seeratti dhiyeessuun murtii saffisaa fi haqa qabeessa ta’e itti kennisiisuun ol’aantummaa seeraa mirkaneessisuudhaan nagaa fi tasgabbii uummatichaa eegsisuu, dantaa hariiroo hawaasaa ummataa fi mootummaa kabachiisuu, ragaa seera qabeessa ta’e galmeessuu, hubannoo seeraa hawaasichaa gabbisuu, seerotni bifa wal fakkaatuun hojii irra akka oolu taasisuu.

Mul’atni Kenya
Bara 2022 tti Bulchinsa Godina Jimmaa Aanaa Omoo Naaddaa keessatti tajaajila Abbaa Alangummaa raawwii caalmaa qabu kennuun sirna haqaa amantaa uummataa horate uumuu dha.

Galmi kenya
Tajaajila Abbaa Alangummaa si’oomina fi bu’a qabeessa ta’ee kennuun itti qufinsaa/amantaa uummanni kenninsaa tajaajila keenya irratti qabu dabaluu.Yakkoota ciccimoo dantaa ummataa miidhan (violent crime) hir’isuu fi nageenya ummataa mirkaneessuu Olaantummaa seeraa mirkaneessuuMana Hojii Dandeetti raawwachisummaa foyyee qabuufi gama hundaan fakkeenyummaa gaarii qabu uumu

Duudhaalee
Olaantummaa seeraa Faayidaa uummataa eegsisuu fi dursa kennuu Bilisummaa Ogummaa Itti gaafatamummaa Iftoomina Hojimaataa badaa fi malaamaltummaa jibbuu Fakkeenyummaa Hirmaachisummaa, Tajaajila gahumsa qabu kennuu, Jijjiiramaaf qophaa’uu fi hojjechuu, Beekumsaa fi amantaan hogganuu, Miira tajaajiltummaa qabaachuu fi Aadaa gareen hojachuudha.
Waa’ee Kenya
waajjurrii

Obboo Haabiboo Siraj
Ittii Gaafatamaa Waajjira Abbaa Alnagaa Aanaa Omoo Naaddaa
Obboo _____
Abbaa Ademsaa Garee Yakkota Adda Addaafii Murtii Haqaa Kenisisoo Waajjira Abbaa Alnagaa Aanaa Omoo NaaddaaAbbotii Alangaa Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Omo Naaddaa Attorney Website
Abbotii Alangaa Fii Hojjettoota Waajjira Kenyaatin Walbaraa



